Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Jaallaboota 3:21 - KITAABA WAAQA

21 Jennaani Ehudini harka isa bitaachani bilaa gama mirgati fud'ate, hayyicha garaa isa gudda kaani keesa woraane,

Gade chapit la Kopi




Jaallaboota 3:21
8 Referans Kwoze  

Nu armaa achi aada nama gula nama tokole inqorru. Yo duri aada nama gula Kristo qorrele, armaa achi intolchinu.


Duuba yo nami tokoleeni ammalle aka raaga ufi tolche, abbaafi haati isa d'alte waan isaani jettu, Atini duu malte, jiraachu himmalle, waan atini maqa AABBO Waaqatini d'ara dubbatteefi. Hojja inni wo himu, abbaafi haati isa d'alte isa woraante ijeefti.


T'iyiti nafa isa keesa lit'e, fiit'eeni isii d'iiga isaa d'udde, inni aka hama mudama.


Samuelini waan jed'eeni, Akuma goraadeeni tante hawani heddu ilme d'owarte akasuma amma tana haati tante ilme d'abdi. Jennaani Samuelini Agagi Gilgaliti AABBO Waaqa durati garagari ch'ire ijeese.


Jennaani ato hayyichi mana isaa gubba fulla qabanooftu koba tau, Ehudini iti olkore waan jed'eeni, D'aamsa Waaqa ka siti himu qaba. Hayyichi olkae.


bilai ch'ufti keesa bade, moori isaa bilaa suni duuche. Ehudini bilaa kaani garaa hayyu keesati lakise, bilai kaani dudda duubani fullae.


Ehudini bilaa aflameedi ka d'eerinni isa d'und'uma toko mid'aafate, woya jala gama mirgati hid'ate.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite