Jaallaboota 3:19 - KITAABA WAAQA19 Ammo Ehudini fulla d'akha boch'ani ka Gilgali d'aatu garagale, Egloniti deebie waan jed'eeni, Ee hayyicha, anini d'aamsa kobati siti himu qaba. Duuba hayyuuni waan hojatu ufiitini jed'e, Mana keesa gayaa! Duuba worri ch'ufti gayaae. Gade chapit la |