17 Israeliini gosa ufi toko qulqullo d'abu himmalle tanaafi mala gosa Benjamini daara badi d'owarru d'au malle.
D'aala worra Israeli gosa toko iraa fuud'ani, gosa d'ibiti inkennani.
Jannaani jaaroleeni gumi waan jette, Nad'eeni tokoleeni gosa Benjamini keesati inhamne. Nu amma worra hafe kana eesaa dubra iti agarra?
Ammo dandeenne dubra teenna infuusimnu wonti akanatiifi, nu qara kakhanne, aka nama keenna ka worra Benjaminiti dubra kennu abaaru.