16 Jannaani jaaroleeni gumi waan jette, Nad'eeni tokoleeni gosa Benjamini keesati inhamne. Nu amma worra hafe kana eesaa dubra iti agarra?
Biyyiti worra Benjaminiti naate, waan AABBO Waaqi gosa Israeli, gosa toko keesaa balleese, akasiini seleseefi.
Israeliini gosa ufi toko qulqullo d'abu himmalle tanaafi mala gosa Benjamini daara badi d'owarru d'au malle.