Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Jaallaboota 21:10 - KITAABA WAAQA

10 Jennaani gumiini nama kuma kud'ani lama ergite waan jette, Bena, worra Yabeshi ch'ufa nad'eenifi ijoollele woliini fit'a.

Gade chapit la Kopi




Jaallaboota 21:10
9 Referans Kwoze  

Jennaani inni qotiyo lama fuud'e, qale garagari ch'ire, fooni suni nama lafa Israeli ch'ufa keesa erge waan jed'e: Nama Saulofi Samueli had'iisa gula indeemne ch'ufa qotiyo isaa akana tolchani! Worri Israeli waan hegeri AABBO Waaqi tolchu sodaate, nami ch'ufti haguma gahuni wolti bahe.


Worri waan wolgaafate, Gochiti Israeli ta AABBO Waaqa dura woldeenna Mispa ind'ufini jirti? (Worri yayu kakhate aka nama Mispati ind'ufini ijeesani.)


Malaikaani AABBO Waaqa waan jettu, Merozi abaara, nama achi taule abaara. Worri AABBO Waaqa qarqaaru dide, aka askarti isaa ind'umne.


Beeni, d'aqi gosa Amaleki had'i, hobaasi, waan worri qabu ch'ufa balleesi, woma tokole imhambisini; d'iira, nad'eeni, ijoolle didiqole ch'ufa hobaasi; looni, ree gaala, harreele ch'ufa hobaasi.


Yoshuafi worri Israeli ch'ufti Akani ilma Zeratifi waan inni hate kaani, qarsi woya, worqi, ammalle nad'eenifi ijoolle isaa ta d'iiratifi ta dubrale, loonifi harreefi reefi waaro isaatiifi waan inni qabu ch'ufa bale Akori geesani.


nama dira suni keesa jirufi looni worrale hobaasa, woma illakisina. Dira worrale ch'ufa balleesa.


Tanaafi amma ijoolle d'iira ch'ufafi nad'eeni ch'ufa fit'a.


Duuba wolgaafatani waan jed'ani, Eenuti gosa Israeli keesa woldeenna Mispa ind'ufini? Jennaani nama tokole ka Yabesh-Gileadi d'ufe d'abani.


Jara duula tohatani jennaani worra Yabeshi keesaa d'abani.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite