Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Jaallaboota 20:7 - KITAABA WAAQA

7 Amma isani worri Israeli, dubbi tana dubbad'a.

Gade chapit la Kopi




Jaallaboota 20:7
12 Referans Kwoze  

Nami ch'ufti ka waan kana arge maadefate waan jed'e, Nu haguma d'alanne taka waan akana ind'ageenne! Eegi worri Israeli lafa Misiri keesaa bahe, wonti akana taka ya taate d'iiro! Wonti kunini waan wolgaafatani wotolchu malani, me dubbad'a!


Yo nami tokoleeni isani keesa beekha d'abe, ha Waaqa kad'atu, duuba Waaqi naaso, hifacha male waan ch'ufa namaa kenna.


Isani ufi guddisu himmalle! Isani mammaasa, Bukho diqo tokoti woi bukheesa jed'u imbeetani?


Hameenna algalooma hama, ka worri Waaqa imbeenneleeni intolchineti jiddu teesani jira jed'ani. Waan ani d'agaye, nami toko niiti abba isaa barate jed'ani.


Wonti akanatiifi atini ato duula indeemne mariachu malte, ammalle gorsi hedduuni atini nama ira argatu nyaapale si dabsachiisa.


Gorsa fud'ad'i woini baata; mala male, woraana fud'atte duula indeemini.


Duuba worri Israeli, ka AABBO Waaqaani ingahatini, sagale worra iraa fud'ate nyaate.


Garaa tokooni jabeesa guuta, gula deema, aka akanaani gochiti d'ibileeni aka isani qaroo beetu. Hojja seera kana ch'ufa d'ageetani, gochiti tunini, akami qaroomafi hubacha akana tana qabdi? jette wolgaafati.


Jennaani nami ch'ufti olkae, woligale waan jed'e, Nu nami tokoleeni ka waarofi manati galuleeni worrati indeebiini.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite