Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Jaallaboota 20:6 - KITAABA WAAQA

6 Anini reefa isii fuud'e gargari ch'ire, gosa kud'ani lama ta Israeli toko tokooni iti erge. Wonti anini akasi tolcheefi, worra kanati hameennaafi daba takuma inargini nu keesati tolche.

Gade chapit la Kopi




Jaallaboota 20:6
9 Referans Kwoze  

Worra ufiti galaani mana olseene, bilaa fud'ate, reefa gaarayu isaa fulla kud'ani lamati gargari ch'ire, gosa kud'ani lama ta Israeli toko tokooni iti erge.


Ammo jaarsi abba mana iti gabahe, waan jed'eeni, Akananiti, oboleyaani tiyya, waan hamtu akana keessumicha kiyya intolchina.


Nami anini keesa filad'e, ka miha balleesu malani sunini argani, isaafi worra isaatiifi waan inni qabule ch'ufa woliini ha gubbaniti, waan worri waan ch'eera hamtu Israelitini d'ufe wold'ageeti teenna ch'abseefi.


Ijoolleeni Yakobo ala galte waan hammaate d'ageennaani aka hama rifatte guddo dallante, waan Shekemuuni intala worra buufate gosa Israeli miid'eefi.


D'ibba ch'ufa keesa nami kud'ani ka Israeli woreega worra duulatini d'ufe, kaaleni Gibea d'aqe haalo bafata, maro daba taka inargini ka Israeli keesati tolchani kaanifi.


Waan akana kana tokole tolchitani ufi int'ureesina; wonti akanatiifi gochiti anini isani duraa baasu, waan akana kana tolchite ufi t'ureesite.


Ammalle AABBO Waaqi waan jrd'e, Dubbi tiyya ch'aqasa, waan hamtu worri duri lafa tana keesa tau tolche gula indeemina. Ammalle waan akasi suni tokole tolchitani ufi int'ureesina. Anini AABBO Waaqa keesani.


Jennaani ato worri gammadani nyaate d'uge woliini tabatu, worri algali hamani toko, ka dira suni, mana marse, balbala worrati d'aane waan jaarsani jed'e, Namicha keessuma ka mana kanke keesa jiru suni gabaasi imidisomsina!


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite