Jaallaboota 20:5 - KITAABA WAAQA5 worri Gibea d'ufe na had'e, mana keesati na marse na ijeesu fed'e, ammo eege gaarayu tiyya buufate ijeese. Gade chapit la |
worra lachu ha dira keesaa alati baasani, d'akhaani d'aanani ijeesaniti. Wonti intala ijeesaniifi, waan isiini, ato dira keesa jirtu, ka nami d'aatu miju, iyyu diddefi. Ammalle wonti namicha ijeesaniifi, waan inni intala qaraa nami d'ibi fuud'aa kennani buufatefi. Akanaani hameenna akasi duraa baatani.