Jaallaboota 20:27 - KITAABA WAAQA27-28 Gaafasi Sanduqi Wold'aqisa Waaqaa Betheli jira, Finehasi, ilmi Eleazari, ka akhaakhu Haruniti, huji isaa harkaa qaba. Biyyiti AABBO Waaqa gaafate waan jette ammalle yaane oboleyaani teenna ta Benjamini inhaana mo yala baana? AABBO Waaqi waan jed'eeni, Beena, had'a, bori indabsatani. Gade chapit la |