Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Jaallaboota 20:25 - KITAABA WAAQA

25 Ammalle akuma suni worri Benjamini Gibea keesaa bahe, askarti Israeli ta guddo had'iisa barate, nama kuma kud'ani saddeeti, gate.

Gade chapit la Kopi




Jaallaboota 20:25
11 Referans Kwoze  

Duuli worra Benjamini diraa gabahe, ato guyyaani inhobaini askarti Israeli kuma diddami lama hobaase.


Duroomi Waaqaa waan gudda! Qalbifi hubachaani isaa waan guddo! Eentu waan inni muru beekha? Eentu kara isaa hubata?


Yo d'arti nu tolchine d'uga Waaqa agarsiifte ho? Maani jenna? Waaqi, hojja nu gaargalchu, inni nu inqajelchine jenna? (Aka namaa dubbachu jira.)


Ammo garaani kanke jaba hama. Tanaafi atini qorsuma tante, ta gaafa dalansufi qorsumaani Waaqa ta d'ugaa mullattule, iti darachu jirta.


Dumansaafi dukanti isa marsiti; inni d'ugaafi qajeelumani lafa fida.


Atini nama ch'ubbu inqamne dandeete ka ch'ubbu qabu woliini inhobaaftu. Suni sii imfakaattu. Yo atini akasi tolchite, ka ch'ubbu qabuufi ka ch'ubbu inqamneleeni woliini hobaa. Wonti kunini diqole intaatu. Jaallabi lafa tana ch'ufaa waan d'uga intolchu?


Duula worra Benjamini maro lameeso had'ani.


Jennaani worri Israeli Betheli d'aqe bohe, achiti worri AABBO Waaqa dura tae haga galgala ufi agabse, sorio gubanifi ta wold'ageeti AABBO Waaqaa baasani.


Benjaminini yai hamtu, ta halkanifi guyya ijeefte wo nyaattu.


AABBO Waaqi waan jed'u, Worri Israeli haguma Gibeati nati ch'ubbame ch'ubbu suni illakimne. Had'iisi Gibeati worra ind'aqabu re?


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite