Jaallaboota 20:22 - KITAABA WAAQA22-23 Jennaani worri Israeli fulla Waaqa iti kad'atani taani d'aqe, haga galgala AABBO Waaqa durati bohe waan jed'eeni, Nu deebine oboleyaani teenna ta Benjamini inaana? Jennaani AABBO Waaqi ee jed'eeni. Duuba duuli Israeli garaa jabaate, askarti isaani fulluma qara worri kale jiruti deebise. Gade chapit la |