Jaallaboota 20:15 - KITAABA WAAQA15-16 Guyya suni worri nama kuma diddami jaa dira ch'ufa keesaa wolti yaame. Worra kana male, worri Gibea nama d'ibba torba ka ch'ufa bitaacha ka filani wolti baase. Worri sunini ch'uftinu guddo gulubaani d'akha darbu beekha rifeensa matale ind'abu. Gade chapit la |