Jaallaboota 19:9 - KITAABA WAAQA9 Namichafi gaarayu isaatifi hojattuuni isaa deemaa kaani jennaani abbaani intalaa waan jed'eeni, Lafa, aduuni ladite, yo ufi ira bultani woya, lafti amuma tana la dukanofte, worri keesanuma, ufi ira bulaa, bori ganama kaatani yaatani galtani. Gade chapit la |