Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Jaallaboota 19:8 - KITAABA WAAQA

8 Guyya shaneeso ganamaani lafaa kae, deemaa kurfefate, ammo abbaani intalaa waan jed'eeni, Bud'o baafad'i, aka jajabaatu, gulantana deemta. Duuba tatani woliini gololfatani.

Gade chapit la Kopi




Jaallaboota 19:8
4 Referans Kwoze  

Guyya afreeso ganama lafaa kaani ilmaltu kurfefatani, ammo abbaani intalaa waan namicha Lawitini jed'e, Qara bud'o bafad'a aka jajabaatani, duuba kaa, yaa.


Namichi Lawi deemaa kaanaani, soddaani isaa sobate buli jed'eeni, jennaani ufi iraa bule.


Namichafi gaarayu isaatifi hojattuuni isaa deemaa kaani jennaani abbaani intalaa waan jed'eeni, Lafa, aduuni ladite, yo ufi ira bultani woya, lafti amuma tana la dukanofte, worri keesanuma, ufi ira bulaa, bori ganama kaatani yaatani galtani.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite