Jaallaboota 19:30 - KITAABA WAAQA30 Nami ch'ufti ka waan kana arge maadefate waan jed'e, Nu haguma d'alanne taka waan akana ind'ageenne! Eegi worri Israeli lafa Misiri keesaa bahe, wonti akana taka ya taate d'iiro! Wonti kunini waan wolgaafatani wotolchu malani, me dubbad'a! Gade chapit la |