Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Jaallaboota 19:27 - KITAABA WAAQA

27 Diirama d'iirsi isi deemaa lafaa kae jennaani gaarayu isaa ta mana dura harka balbalati d'eerefate ch'iiftu arge.

Gade chapit la Kopi




Jaallaboota 19:27
4 Referans Kwoze  

Lafti bariite jennaani niitiini taani d'ufte, balbala mana jaarsa fulla d'iirsi jiruti jidde, haga lafti guyyatuti achuma ch'iifte.


Inni waan jed'eeni, Kai, nu yaasi, ammo isiini ch'allifte aka reefa ufumaa ch'iifte. Jennaani inni reefa isii fuud'e, harre gubbaa kaye galisaa deeme.


Ifsaani bibiliqu, ka aka AABBO Waaqi achi jiru garsiisu kaani, waan koola qaba suni ira bahe, balbala Mana Waaqa d'aqe. Jennaani hurrini taani Mana Waaqa keesa seente duuchite, ifsaani kaani ch'ich'aati ifse, lafa ch'ufa guyyaase.


Jennaani ifsaani bibiliqu, ka aka AABBO Waaqi achi jiru garsiisu balbala Mana Waaqa keesaa bahe, waan koola qaba kaani gubbaa tae.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite