Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Jaallaboota 19:22 - KITAABA WAAQA

22 Jennaani ato worri gammadani nyaate d'uge woliini tabatu, worri algali hamani toko, ka dira suni, mana marse, balbala worrati d'aane waan jaarsani jed'e, Namicha keessuma ka mana kanke keesa jiru suni gabaasi imidisomsina!

Gade chapit la Kopi




Jaallaboota 19:22
19 Referans Kwoze  

D'uguma isani aka worri daba tolchu Finna Waaqa inarganne imbeetani. Ufi insobina! Worri ch'eera foko inqamne, ka waan harkaani boch'ani kad'atu, ka nad'eeni biyya awadatu yokhaani midiisani,


worri Gibea d'ufe na had'e, mana keesati na marse na ijeesu fed'e, ammo eege gaarayu tiyya buufate ijeese.


aka nami keesani ka gari, seseegi woma keesa injirre, worra dira suni sobe waaqa isani taka inkad'atiini kad'achiisu hegeri d'ageetani.


Sodomafi Gomorafi dira lafa suni ch'ufa qaabad'a! Worri dira suni waan malaikaani taate tolche, sharmut'omafi hameenna taka inargiini gula yae: Duuba gaargala ibida argate aka akasiini nama ch'ufaa gorsa tahu.


Kristofi Sheet'ani wold'aqu indandaani? Nama d'ugefateefi ka ind'ugefatiini maal woli iraa qabani?


Dubbi woni raaticha Nabali jed'ani kana gula indeemini, inni maquma isaa fakaata, maqaani isaa Nabali daalle jecha, innileeni akasuma daalle! Aabbo, gaafa hojattuuni tante d'ufte anini achi injiru.


Ilmaani Eli nama hamama woma keesa injirre. Worri AABBO Waaqa insodaanne


AABBO Waaqi waan jed'u, Worri Israeli haguma Gibeati nati ch'ubbame ch'ubbu suni illakimne. Had'iisi Gibeati worra ind'aqabu re?


Worri kunini aka hama hameenna gula bahe, akuma gaafa Gibea kaani tahe. Waaqi dabafi ch'ubbu worraa qaabate worra gaargalcha.


ammo nami waan yaku male waan d'ibi imbeenne waan jed'e, Nami kunini maani nu baha? Worri Saulo tufate woma kennuufi dide.


Niiti seseega woma keesa injirre na insehini wonti anini haga kana ch'ufa Waaqa akasi kad'ad'eefi maro gaargala gudda qabuufi.


Duuba nama hamama lama isa d'aatu tetesisa, worri suni ha, Nabothini Waaqafi hayyule arabse jed'e biyyati himuti. Duuba dira keesaa baasa, d'akhaani d'aana ijeesa.


Oboleetini tante guddoni Samaria, ta ilmaani isii woliini mirga kanke teetu; oboleetini tante maand'itini sodoma, ta ilmaani isii woliini bita tante teetu.


Anini reefa isii fuud'e gargari ch'ire, gosa kud'ani lama ta Israeli toko tokooni iti erge. Wonti anini akasi tolcheefi, worra kanati hameennaafi daba takuma inargini nu keesati tolche.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite