Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Jaallaboota 19:20 - KITAABA WAAQA

20 Jaarsi waan jed'eeni, Yoosi koota, worra kiyya nagayaani bulla, anati isani qorqorata, waan diida kana bultanifi inqabdani.

Gade chapit la Kopi




Jaallaboota 19:20
15 Referans Kwoze  

Ammo AABBO Waaqi waan jed'eeni, Naguma, insodaatini, aka d'ibi indootu.


Ijoolle tiyya! Jaalalti teenna dubbi afaani ch'alla intahiini; ammo jaalala d'uga tahu malte, ta huji dansaani ufi mulliftu


Gungumsu male, aananifi fooni qabdani woli kenna.


Keessuma bulcha. Nami gari akasi tolchinaani, ato imbeekhiini, malaika bulche.


Nami dubbi Waaqa barsiisani ha waan dansa qabu ch'ufa nama isa barsiiseeni gahuuti.


Waaqa Abba keennafi Aabbo Yeso Kristoni eebafi nagaya isanii kenniina.


Waan qabdaniini oboleyaani gaargala qabdu qarqaara. Worra keesaniti keessuma bulcha.


Nagayaani taa, nagayaa kiyya isanii kenna, aki anini isanii kennu aka nami lafa woli kennuniti, garaa keesani keesa gaargaltani insodaatiina.


Jennaani lubbuuni Waaqa jara keesa, namicha Amasai jed'ani toko, ka eege jara sodoma kaani mata iti tahe, ira buute, jennaani inni waan jed'e, Daudi ilma Yese, nu goli tanteeti! Waaqi siifi goli tante ch'ufa qarqaare eebisinna, inni gamuma kanke jira, Daudini worra fud'ate goli ufiiti dare askarti isa keesa guddinna kenneefi.


Daudini sifi worra kanketifi waan kanke ch'ufa nagaya d'aamafi


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite