Jaallaboota 19:10 - KITAABA WAAQA10-11 Ammo namichi bulu infeene, tanaafi isaafi gaarayu isaatifi hojattufi harre worraa lamaani ta koora qabdu fuud'ani woliini yaani. Galgale d'aatu Yebusi (ka Yerusalemu jed'ani) d'umnaani, namichi hojattu isaa waan jed'eeni, Armati gorre, dira Yebusi kana keesa bule ho? Gade chapit la |