Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Jaallaboota 18:25 - KITAABA WAAQA

25 Worri Dani waan jed'eeni, Atini woma dubbachu himmalle, hegeri worra kana dallansiifte ufi haasiifta, duuba hegeri siifi worri kankeleeni inhobaa.

Gade chapit la Kopi




Jaallaboota 18:25
6 Referans Kwoze  

Anini maqa Waaqa guddaa jirutiini kakhad'a, ka d'uga na d'owe, jireenna nati had'eese —


Guyyaani sunini ha gaandidae dukanauti; dumansi ha ira tahe, adu d'osse dukaneesuti.


Atini imbeeta, abbeetifi jari isaa worra woraana jaba ka goorjama ilme jala qabani ka tae dutu fakaatu. Abbe nama waan woraana guddo beekhu inni halkani askarti woliini imbulu,


Daudi amma ya gaargali hamaani qabate, wonti akanatiifi jari isaa ch'ufti maro ilmaani d'abeefi yayu garaani hammate ijeecha isaati malate; ammo AABBO Waaqi garaa isaa jabeese.


Mikaani waan jed'eeni, maanti lafa jira akami? Qaallu kiyyafi waaqa anini mid'aafad'e ch'ufa ya fud'atani itiini d'aabatani, maanti na hafe?


Akasi jennaani kaani iti d'aabatani. Mikaani aka worri isa ira irre qabu arginaani garagale worra ufiti deebie.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite