23 iti iyye. Worri Dani Mikati garagale waan jed'eeni, Maaniti lafa jira ka atini duula kana ch'ufa baaftufi?
Kunini d'aamsa waan Bale Daayya, ka d'aamani. Maani isi? Nami dira kana maanifi mana kore gubbaa ejaanja?
Ee galaana, maanti, si baqachise? Ee Yordani, sile maafi yaasumi kanke ch'ita?
Gaargali kanke maani? Isiini waan jetteeni, Onana niitiini tunini, daima kanke arra nyaanne kiyyale bori nyaanna nani jette.
Hayyichi waan jed'eeni, D'ibi kanke maani? Isiini waan jetteeni Aabbo, anini hiyyeeti, d'iirsa inqabu.
Hojja suni Sauloni ka qotiyo oofu, gara oobruti d'ufuu jira. Inni waan jed'e, Maanti jira? Nami ch'ufti maafi akana boha? Jennaani worri odu ergattuni Yabeshi d'ufteeni iti hime.
Waaqi boha much'aa d'agaye jennaani, malaikaani Waaqaa gubbaa Hajiriini dubbatte waan jette, Maanti akana si d'iba, Hajiri? Insodaatini, Waaqi boha much'a diqa ya d'agaye.
Eegi worri mana iraa fagaate, Mikaani olla isaa lola wolti baase worra Dani kaani hordofe d'aqabe
Mikaani waan jed'eeni, maanti lafa jira akami? Qaallu kiyyafi waaqa anini mid'aafad'e ch'ufa ya fud'atani itiini d'aabatani, maanti na hafe?