Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Jaallaboota 18:22 - KITAABA WAAQA

22 Eegi worri mana iraa fagaate, Mikaani olla isaa lola wolti baase worra Dani kaani hordofe d'aqabe

Gade chapit la Kopi




Jaallaboota 18:22
3 Referans Kwoze  

Jennaani worri garagale, ijoolleefi loonifi waan worri qabu ch'ufa ufi dura aanse, kae iti d'aabate.


iti iyye. Worri Dani Mikati garagale waan jed'eeni, Maaniti lafa jira ka atini duula kana ch'ufa baaftufi?


Daniini bofa kara keesa ch'iisu fakaata, buuti dandi keesa ch'iiftu, ta yo fardi d'ufu kotte nyaate nama yaabatu duddaduubati buuftu.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite