Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Jaallaboota 18:19 - KITAABA WAAQA

19 Worri waan jed'eeni, Afaani qabad'i, indubbatiini, nu gula kooti qaallufi abba mala nu tahi. Fulla atini qaallu worra nama tokoti taatu, qaallu gosa Israeliti tahu infeetu?

Gade chapit la Kopi




Jaallaboota 18:19
12 Referans Kwoze  

Nami nama dura yauleni ch'allise afaani qabata;


Na dawaad'a mama, afaani qabad'a.


Mikaani waan jed'eeni, Na woliini tai, qaallufi abba mala naa tahi, anileeni qarsi kud'ani gannati sii kenne, woyaafi sagalele sii keenna.


Gochiti si imbeenne taani, yo waan kana argite, ato irre guddo qabaattele, inch'eerti. Mudamsu keesa afaani qabatte gurra ch'ufatte


Yo atini qara daalloofte ufi kiyyibsifte waan hamtu malatte, afaani qabad'i waan suni heregi,


Ammalle nama lafa tana keesa jiru tokoleeni Aabbo injed'ina; wonti akanatiifi isani Abba toko ch'alla qabdani, ka gubba jiru.


Raagi Elisha jed'ani kaani aka hama faaya d'abe, duud'ame; jennaani ato inni inch'ichini Yehoashini isa argu d'ufe, iti bohe waan jed'e, Aabbo kiyya! Atini duri guddo Israeli nyaapa ira d'owarte!


Hayyuuni Israeli nyaapa suni arge jennaani waan Elishani jed'e, Aabbo, worra kana infit'a?


Hojja jari mana Mika olseene miha woyyuma kaani fuud'e, qaallichi waan jed'eeni, Isani maani tolchitani?


Dubbini tunini qaallicha gammachiifte, inni miha woyyuma suni fud'ate, worra woliini iti d'aabate.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite