Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Jaallaboota 18:15 - KITAABA WAAQA

15 Duuba mana Mika, fulla kaimtichi Lawi kaani tauti gorani, aka inni fidamu gaafatani.

Gade chapit la Kopi




Jaallaboota 18:15
10 Referans Kwoze  

Inni nagaya worra fuud'e waan jed'eeni, Jaarsi abba keesani ka isani baantani kaani jira? Inni baraa fayyaa?


Nagayaani taa, nagayaa kiyya isanii kenna, aki anini isanii kennu aka nami lafa woli kennuniti, garaa keesani keesa gaargaltani insodaatiina.


Kai, fuula keesa utaali, nagaya fuud'i, Atini fayya, d'iirsi ke fayya, daimi keesani urgaa? jed'i gaafad'i. Isiini, Nu ch'ufti fayya, daimi keennaleeni urgaa jetteeni.


Daudini miha kaani namicha miha askarti qorqoratu kaani kenne, utaale, fulla askartini lola kurfo ejitu taani d'aqe oboleyaani ufi nagaya fuud'e.


Abbaani waan jed'eeni, Beeni, waan oboleyaani tanteetiifi reeni teenna ke jirtu laali, deebii, nati himi. Akanaani abbaani bale Hebroniti isa erge, Yusufuuni Shekemuuni bahe.


Jennaani worri shanani kaani ka lafa d'aatu Laishi dooyate, waan wahela worratiini jed'e, Isani aka maneeni tana toko keesa, akheekhi mukha ka boch'aani qarsiini mat'ansani kad'atani jiru beetu? Ammalle akheekha kad'atani d'ibifi waan efodi jed'aniti jira, akasi beetu? Nu maani tahu male re?


Haga worri tana harkaa qabu, duuli Dani, nami d'ibba jaa, ka lolaa kurfae, fullo keesa ch'iisa.


Ammalle ititu qooda kud'ani tana gudda askartiti geesi. Waan oboleyaani tante keesa jirtu hubad'u ammalle waan aka atini worra garte na garsiisa natiini kooti.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite