Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Jaallaboota 18:1 - KITAABA WAAQA

1 Gaafasi hayyuuni Israeli keesa injiru. Gaafasi gochiti Dani lafa qutuma barbaaduu jirti; wonti akanatiifi worri gosa Israeli keesaa d'aala lafaa inarganne.

Gade chapit la Kopi




Jaallaboota 18:1
6 Referans Kwoze  

Bara suni hayyuuni lafa Israeli keesa injiru, tanaafi nami ch'ufti waan fed'u tahe.


Bara suni ka worri Israeli hayyu inqamne, namichi Lawi toko lafa moga, ta gaareeni Efraimu, keesati gala. Inni intala toko ta dira Bethlehemu lafa Yuda keesaa gaarayu tolfate manati galfate.


Gochiti Amori gosa Dani lafa gaareeniti irreeni deebifte, diidati gabuu d'owarte.


Gaafasi Israeli keesa hayyuuni injiru, nami ch'ufti woma fed'i ufi taha.


Jennaani Mikaani waan jed'e, Amma anini ya nama gosa Lawi qaallu tolfad'e, armaa achi AABBO Waaqi na eebise na horsiisa.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite