Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Jaallaboota 17:9 - KITAABA WAAQA

9 Mikaani isa gaafate waan jed'e, Eesaa d'ufte? Inni waan jed'eeni, Anini nama gosa Lawi, ka Bethlehemu lafa Yuda. Anini fulla qutuma barbaadu jiru.

Gade chapit la Kopi




Jaallaboota 17:9
3 Referans Kwoze  

Ammalle gaafasi gurba toko, ka gosa Lawi, ka dira Bethlehemu lafa Yuda keesa tau, jira.


Inni fulla iti qubatu barbaada Bethlehemu kae, ato deemu mana Mika ka lafa gareeni Efraimu keesa jiruni bahe.


Mikaani waan jed'eeni, Na woliini tai, qaallufi abba mala naa tahi, anileeni qarsi kud'ani gannati sii kenne, woyaafi sagalele sii keenna.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite