13 Jennaani Mikaani waan jed'e, Amma anini ya nama gosa Lawi qaallu tolfad'e, armaa achi AABBO Waaqi na eebise na horsiisa.
Anini herega kiyya keesa, aka maqa Yeso Nazareti balleesu guddo wolaaneeni.
Maneeni Waaqa iti kad'atani keesaa isani yaasani. Tana male, hojjaani ind'ufti ta nami isani ijeesu waan Waaqaa hojatu ufi sehu.
Inni waan jed'e, Mukha Abbaani kiyya ka gubba inobriini ch'ufa imbuqisani.
Ufuma na yaamatani, wonti akanatiifi barsiisa ufi keesa seera nama aka seera Waaqa barsiisani jed'e.
Nami akana kunini namuma daara nyaatu fakaata. Daallumti isaa isa balleesite qarqaarsa isa d'owarti. Inni aka wonti inni harkaani mid'aafate kad'atu sunini waan d'ara, ka waaqa intahini, ee injed'u.
Karaani atini qajeelumani seetu duani si d'aqa.
Mikaani isa qaallu tolfate, innileeni mana Mikati gale.
Gaafasi hayyuuni Israeli keesa injiru. Gaafasi gochiti Dani lafa qutuma barbaaduu jirti; wonti akanatiifi worri gosa Israeli keesaa d'aala lafaa inarganne.
Mikaani waan jed'eeni, maanti lafa jira akami? Qaallu kiyyafi waaqa anini mid'aafad'e ch'ufa ya fud'atani itiini d'aabatani, maanti na hafe?