Jaallaboota 16:9 - KITAABA WAAQA9 Yo kana worri Filisti d'iibiini d'iibu mana suni keesati d'okhachu jira. Duuba isiini iyyite waan jette, Samsoni worri Filisti ya d'ufe! Ammo inni haada ribbu kaani akuma liilana gubani ch'ich'ire. Tanaafi worri fulla jabeenni isaa bahufi beekhu dad'abe. Gade chapit la |