Jaallaboota 16:5 - KITAABA WAAQA5 Hayyooti Filisti shanani gara isi d'at'e waan jetteeni, waan atini taatu, Samsonini sosobi, waan akana isa jabeesefi aka nu isa dandeenne qabne hiine dabsannu gaafad'i, nuti himi. Duuba Nuuni ch'ufti qarsi kuma tokotifi d'ibba toko sii kennina. Gade chapit la |