Jaallaboota 16:30 - KITAABA WAAQA30 Iyye waan jed'e, Aninileeni ha worra Filisti woliini duuti! Humna isa ch'ufaani d'iibe, mani suni hayyoota taani shananifi nama achi jiru ch'ufa irati jige. Akanaani Samsonini guyya due suni haga gaafa jiru iraa nama muumme inqamne ijeese. Gade chapit la |