Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Jaallaboota 16:29 - KITAABA WAAQA

29 Jennaani Samsonini utuba lamaani jiddu mana jiru harka harkaani qabate, gargari d'iibe.

Gade chapit la Kopi




Jaallaboota 16:29
3 Referans Kwoze  

Jennaani Samsonini AABBO Waaqa kad'ate waan jed'e, AABBO gudda si kad'ad'a na qaabad'u, Ee, Waaqa irre tiyya maro toko ch'alla naa deebisi, aka anini worra Filisti haalo ila tiyya lamaani baafad'u.


Iyye waan jed'e, Aninileeni ha worra Filisti woliini duuti! Humna isa ch'ufaani d'iibe, mani suni hayyoota taani shananifi nama achi jiru ch'ufa irati jige. Akanaani Samsonini guyya due suni haga gaafa jiru iraa nama muumme inqamne ijeese.


Lubbuuni AABBO Waaqa Saulo biraa deemte, AABBO Waaqi jinni iti erge.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite