Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Jaallaboota 16:27 - KITAABA WAAQA

27 Mana suni gumi hedduti ta d'iirafi nad'eeni guute. Hayyoota worra Filisti shananu taaleeni achuma jirti, ammalle mana suni gubbaa nama kuma sadi gahu, ka d'iirafi nad'eeniti, ka Samsoni daawate isati tabatu, jira.

Gade chapit la Kopi




Jaallaboota 16:27
6 Referans Kwoze  

Hojja isani mana hareesa jaarratani gubba isaa woini marsa. Duuba yo nami iraa d'aqate duele isani inhaalatu.


Galgala toko Daudini hiribaa kae mana isa gubbaa kore. Ato inni mana gubba dedeemu inni niiti mid'aadu toko, ta bisaani diqachu jirtu, arge.


Ato worri dooya kaani gadinch'iisini Rahabuni mana iti korte.


Achile mana jaba d'eera nyaapa iti d'okhatani jira nami dira suni keesa jiru, d'iirafi nad'eeleni, mana suniti baqatani ufiti ch'ufaani, gubba olkorani.


Jennaani Samsonini gurba isaa harka qabe deemuni waan jed'e, me utuba mani kuni ejuuni na qabachisi aka anini iti hirkad'u.


Jennaani Samsonini AABBO Waaqa kad'ate waan jed'e, AABBO gudda si kad'ad'a na qaabad'u, Ee, Waaqa irre tiyya maro toko ch'alla naa deebisi, aka anini worra Filisti haalo ila tiyya lamaani baafad'u.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite