Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Jaallaboota 16:24 - KITAABA WAAQA

24-25 Worri guddo gammade waan jed'e, Samsoni nuu yaama ha nu kofalchisu! Worri Samsoni mana hid'aansa keesaa fuud'e, aka inni nama kofalchisu tolche, jiddu utuba manaa d'aabe. Biyyiti isa arginaani waaqa isaani faarsite waan jette: Waaqi keenna yayu nyaapa keenna Samsoni, ka lafa teenna balleese, nu nama heddu gate, harka keennati kenne.

Gade chapit la Kopi




Jaallaboota 16:24
14 Referans Kwoze  

waaqa worqifi qarsifi sibiila diimafi sibiila guraachafi mukhaafi d'akhaani mid'aasani kaani faarse.


Nami lafa ch'ufa maro duisa jara kana lamaanitiifi gammade, Jila tolfate, wa woli erge, waan raagi suni lamaani qara gaargala gudda lafatiini d'ufeefi.


Worri t'urura isaani aka waaqa kad'ate sorio baasaafi, wonti akanatiifi t'ururaa suni ira worri waan nyaate d'ugu argata.


Atini Waaqa gubbati wollaalte, muduunufi qori mana isaa guurte d'ufteeni, duuba siifi jara kanke gugurdafi nad'eeni teetifi gaarayooti tanteleni daad'iini d'uddani, waaqa worqifi qarsifi sibiila diimafi sibiila guraachafi mukhaafi d'akhaani mid'aasani faarsitani — waaqa woma ingarre, ka woma ind'ageenne, yokhaani ka woma imbeenne. Ammo atini Waaqa duafi jireenna kanketifi ammalle waan atini tolchitu ch'ufa harkaa qabu guddisu didde.


Ammo anini worra imballeesine; wonti akasitifi yo gochiti anini ila worra durati worra Israeli lafa Misiri keesaa baase taani na agarte ya gurri na bade.


Ammatana ee AABBO Waaqa keenna, harka worra Ashuru kana keesaa nu baasi, duuba akasiini gochiti lafa keesa jirtu ch'ufti aka atini ch'allaani AABBO Waaqa beeti.


Saulo mata iraa kutani, miha isaa ka lola ch'ufa iraa hikhatani, miha suni lafa worra Filisti ch'ufa keesa namaani ergani, aka odu dansa suni mana waaqa worra keesafi nama worraa ch'ufati himani.


Saulo mata ira kutani miha isa ka lola ch'ufa iraa hikhatani miha suni lafa worra Filisti ch'ufa keesa namaani ergani, aka odu dansa suni mana waaqa worraa keesafi nama worraa ch'ufati himani.


Jennaani Samsonini sirbe waan jed'e, Boqo harretini nama kuma toko gate; boqo harretini wolti tuule.


Inni aka hama worra had'e nama heddu fit'e. Eegi suni d'aqe goda d'akha ka Etamu keesa tae.


Ammo anini kiyyiba nyaapa worra sodaad'a, worri hegeri ufi d'aade, AABBO Waaqaniti, nuti worra harka keennaani hobaase jed'a.


Nama waaqoota d'ara kad'atu ch'ufa inch'eersani; waaqooti ch'ufti d'ufte AABBO Waaqa durati gajejeti.


Inni Lehiini bahe jennaani, worri Filisti isati iyye iti orie. Jennaani Yoma suni irreeni AABBO Waaqa isa jabeesite, inni haada harka isaatini hid'ani kaani ch'ire, akuma liilana qaqalla ch'irani.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite