18 Delilani aka inni d'uga iti hime hubannaani qonqo hayyoota Filisti taaniti ergite waan jette, Tokotu deebia, inni yayu d'uga nati hime. Worri beese fud'ate dachae isiiti gad'ufe.
Wonti akanatiifi jaalalti hori hamenna aka ch'ufaatini d'ufti. Nami gari guddo dureesa tahu fed'e akanaani d'ugefacha iraa bade, gugubate lalefata.
waan jed'e, Yo anini Yeso harka keesaniti kenne, maani naa kennitani? Duuba worri qarsi sodoma fuud'e kenneefi.
Hayyooti Filisti shanani gara isi d'at'e waan jetteeni, waan atini taatu, Samsonini sosobi, waan akana isa jabeesefi aka nu isa dandeenne qabne hiine dabsannu gaafad'i, nuti himi. Duuba Nuuni ch'ufti qarsi kuma tokotifi d'ibba toko sii kennina.
Waan kana aka dansaa beekhu maltani: nami algali, t'urichi, sabdiini (ka Waaqa wollaale waan nami harkaani mid'aasu kad'atu) qooda Finna Kristotiifi ka Waaqa keesaa inqabu.
Hamti afaaniti guddo mioofti-tanaafi nami liqimse garaati qabata!
Nami hafuuruma baafatani fakaata; diqaafi guddaleeni akuma taka jira, woma keesa injiru. Miisana gubba kai, biimi worri diqole inuulfatu, hafuurale ingahu.
Ahabuni Eliya arge jennaani waan jed'eeni, Atini, nyaapa kiyya, ammalle ya na d'aqabde? Eliyaani waan jed'eeni, Ee, ya si d'aqabe.
Duuba jaaroleeni Moabutifi ta Midiani beese worra Israelitini abaarani fud'atte, Balamu d'at'e d'aamsa Balaki iti himte.
d'uga iti hime waan jed'e, Rifeensa kiyya taka nami inhaane, Haguma d'alanaani na eebisani aada Naziri gula Waaqaa na kennani. Ammo yo rifeensa kiyya naraa haadani, anini irre d'abe akuma biyya d'ibi taha.
Delilani miila ufi ira isa rafifte, nama guduru torbaani iraa haadu yaamte. Jennaani isa miite goyeesite waan inni irre d'abeefi.