Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Jaallaboota 16:11 - KITAABA WAAQA

11 Inni waan jed'eeni, Yoyu haada haareesa ka taka womanu inhid'ini na hid'ani, anini irre d'abe akuma biyya d'ibi taha.

Gade chapit la Kopi




Jaallaboota 16:11
7 Referans Kwoze  

Iti deebitani inkiyyibiina duuba! Nami ch'ufti ha oboleesa ufiti d'uga dubbatuuti; wonti akanatiifi nuuni ch'ufti nafa Kristo keesati mita.


Nami waan isa ka nami d'ibiini isa duuba dubbatu sodaatu gaargala seena, ammo nami AABBO Waaqa sodaatu gaargala keesaa baha.


Nami d'ugaa d'ara dubbachu jibba, ammo dubbini ch'ubbicha waan ch'eera fokoti.


Nami araba ufi qorqoratu lubbu ufi tissa, ammo nami afaani inqabne badii ufitini d'ufa.


Haye, hataatu nu harka keennani si inijeemnu ammo haaduma ch'allaani si hiine worrati sigeesina jed'aniini jennaani worri haada hareesa lamaani isa hid'e goda keesaa isa fuud'e.


Jennaani Delilani waan Samsonini jette, Isii atini qara na sobde d'uga nati inhimne. Me, bad'aaso kiyya, aka nami dandae si hid'u nati himi.


Jennaani Delilani haada haraani isa hite iyyite waan jette, Samsoni! Worri Filisti ya d'ufe! Ammalle worri Filisti d'iibu mana suni keesati d'okhachu jira; ammo inni haada suni akuma liilana ch'ire.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite