Jaallaboota 15:6 - KITAABA WAAQA6 Jennaani worri Filisti waan jed'e, Eentu waan kana tolche? Duuba waan jed'aniini, Samsoni, soda namicha Timnati, akana tolche, waan sodaani isaa niiti Samsoni jalaa fud'ate jaala isaati kenneefi. Jennaani worri Filisti d'ufe, niiti sunifi mana abba isi woliini gube. Gade chapit la |