Jaallaboota 15:16 - KITAABA WAAQA16 Jennaani Samsonini sirbe waan jed'e, Boqo harretini nama kuma toko gate; boqo harretini wolti tuule. Gade chapit la |
Worri guddo gammade waan jed'e, Samsoni nuu yaama ha nu kofalchisu! Worri Samsoni mana hid'aansa keesaa fuud'e, aka inni nama kofalchisu tolche, jiddu utuba manaa d'aabe. Biyyiti isa arginaani waaqa isaani faarsite waan jette: Waaqi keenna yayu nyaapa keenna Samsoni, ka lafa teenna balleese, nu nama heddu gate, harka keennati kenne.