Jaallaboota 15:14 - KITAABA WAAQA14 Inni Lehiini bahe jennaani, worri Filisti isati iyye iti orie. Jennaani Yoma suni irreeni AABBO Waaqa isa jabeesite, inni haada harka isaatini hid'ani kaani ch'ire, akuma liilana qaqalla ch'irani. Gade chapit la |
Worri guddo gammade waan jed'e, Samsoni nuu yaama ha nu kofalchisu! Worri Samsoni mana hid'aansa keesaa fuud'e, aka inni nama kofalchisu tolche, jiddu utuba manaa d'aabe. Biyyiti isa arginaani waaqa isaani faarsite waan jette: Waaqi keenna yayu nyaapa keenna Samsoni, ka lafa teenna balleese, nu nama heddu gate, harka keennati kenne.