Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Jaallaboota 15:1 - KITAABA WAAQA

1 Eegi suni, gaafa dargaye haamatani, Samsonini kaarata laleesa fuud'e, gara niiti isaa d'aqe. Inni abba isiitiini waan jed'e, Anini d'iibu niiti tiyya d'aqu fed'a ammo inni dide,

Gade chapit la Kopi




Jaallaboota 15:1
5 Referans Kwoze  

Inni waan jed'eeni, Ilme toko ree tiyya keesaa sii kenna. Jennaani isiini waan jette, Qabdo naa kenni, haga reeni d'uftuti.


Ammo inni waan abbaani jed'e, Ilaala ganna heddu kana ch'ufa anini si hojad'e, seera kanke tokole inch'absine, ammo atini taka rupa reele guyya tokole naa inkennine, aka anini jaalaani tiyya woliini gammadu.


Yakobooni waan Labaniini jed'e, Anini waan atini feetu ya sii guute, fuud'a naa tolchi.


Gaafasifi eegi sunile worra gugurda toko lafa jira, ka haga woi gagahu, ka dubarti namaatiifi ilmaani Waaqaa d'alte. Worri worra jajaba duri, ka lafa keesati gurra qabu.


Yo nami dubra fuud'e niiti tolfate, eegi suni isi jibbe,


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite