Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Jaallaboota 14:6 - KITAABA WAAQA

6 Jennaani hojuma suni irreeni AABBO Waaqa Samsoni jabeesite, inni harka ufiitini nyeench'a qabe, aka kaarata ree gargari Tarsaase. Ammo inni waan tolche suni Abbaafi haad'aleti inhimne.

Gade chapit la Kopi




Jaallaboota 14:6
21 Referans Kwoze  

Inni lubbu Waaqaa argatte jaallaba Israelii tahe. Inni duula d'aqe, AABBO Waaqi hayyu Mesopotamia kaani harka isaati kenne inni isa dabsate.


Sauloni dubbi suni d'agaye jennaani lubbuuni Waaqa isa ira buute inni guddo dallane.


lubbuuni AABBO Waaqa irre isaa kennite, gaafa inni jiddu Sorafi Estaoli olla Dani jiru.


Nami daba tolchu ka Sheet'anaati, waan Sheet'ani haguma duriiti daba tolchuufi. Ilmi Waaqaa aka huji Sheet'ana dabsatuufi d'ufe.


Qaampara kiyya keyad'a, naraa barad'a, anini nama laana, ka mata inguddifanne; duuba boqota argattani.


Jennaani malaikaani suni waan naani jette, Tunini dubbi Waaqi Zerubabelini jed'e: Atini irreeniti yokhaani jabeennaniti lubbu tiyyaani wo dabsatta.


Inni iyye lalabe kara keesati namati ingohu.


AABBO Waaqi guyyuma kana harka kiyyati si kenne anini sii d'ae mata sira kuta. Ammalle reefa askarti Filisti allaatiifi bineensa ala nyaachisa. Duuba akasiini nami lafa keesa jiru ch'ufti, aka Israeli keesa Waaqi jiru, beekha.


Iyye waan jed'e, Aninileeni ha worra Filisti woliini duuti! Humna isa ch'ufaani d'iibe, mani suni hayyoota taani shananifi nama achi jiru ch'ufa irati jige. Akanaani Samsonini guyya due suni haga gaafa jiru iraa nama muumme inqamne ijeese.


Jennaani boqo harre d'io doote arge, gajed'e fuud'e, nama kuma tokotini gate.


Inni aka hama worra had'e nama heddu fit'e. Eegi suni d'aqe goda d'akha ka Etamu keesa tae.


Jennaani lubbuuni AABBO Waaqa Yeftha ira buute inni Gileadifi Manase keesa dabre, Mispa ta lafa Gileadi deebie Amoniti dabre.


Worri d'ugefachaani lafa heddu had'e dabsate. Waan qajeela tolchani, waan kakhataniifi argatani. Afaani nyeench'a ch'uqaalani,


Jennaani Samsonini abbaafi haad'a isaa woliini Timna d'aqani. Ato worri oobru zabibu keesa yau, inni kuble nyeench'a ta d'anga d'ooftu d'agaye.


Jennaani inni deeme intalaani haasae maache.


Duuba hojuma suni lubbuuni AABBO Waaqa sira buute, atini sirbafi lalaba worraa keesa seente garagalte nama haraa taata.


Atini nyeench'afi bofa ira ejaanjate, gorjamaafi bofa had'aa hamtu qabu ch'ach'arasita.


Yoosu irreeni AABBO Waaqa isaa jabeesite, inni kae Ashkeloni d'aqe, nama sodoma gate, woya iraa yaase, woya suni worra hiimpo himate kaani kenne. Eegi suni inni dallansuuni kae worra abba ufiti gale,


Sauloni, inni waan nuni jed'e, Harreeni yayu mullate jed'e, ammo Sauloni dubbi Atini hayyu tata jed'aniini, ta Samueli jed'eeni taani iti inhimne.


Guyya toko Yonathani waan namicha kaima ka miha isa ka lola isa jala baatuni jed'e, Me gara olla Filisti suni nu yaasi. Ammo Yonathanini abba isaa Saulo iti inhimne.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite