Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Jaallaboota 14:5 - KITAABA WAAQA

5 Jennaani Samsonini abbaafi haad'a isaa woliini Timna d'aqani. Ato worri oobru zabibu keesa yau, inni kuble nyeench'a ta d'anga d'ooftu d'agaye.

Gade chapit la Kopi




Jaallaboota 14:5
10 Referans Kwoze  

Abbaafi haati isaa aka heregi isaa kunini AABBO Waaqa iraa bahe diqole imbeekhani; wonti akanatiifi AABBO Waaqi kara worra Filistitini had'u barbaaduu jira. Gaafasi worri Filisti worra Israeli mohata.


Jennaani hojuma suni irreeni AABBO Waaqa Samsoni jabeesite, inni harka ufiitini nyeench'a qabe, aka kaarata ree gargari Tarsaase. Ammo inni waan tolche suni Abbaafi haad'aleti inhimne.


duuba Baala gama ila adu mare, lafa gaareeni ta Siriti qajeele, duuba gaara Yearimu (yokhaani Kisaloni) gama mirga bahe, Beth-Shemeshi gabue, Timna bira dabre.


anini reebe had'e iraa buusa. Hojja nyeench'i yokhaani gorjami suni nati garagalu, lubbu qabe d'ae ijeesa.


Benaiyani, ilmi Yehoyada ka lafa Kabseeliti d'ufeleeni, nama askarti toko ka guddo gurra qabu; inni waan jannooma heddu tolche, askarti Moabu jajannale nama lama ijeese guyya toko, ka lafti aka hama d'aamotu, inni boola toko seene keesati nyeench'a ijeese.


Benaiyani ilmi Yehoyada, ka lafa Kabseeli d'ufeleeni nama askarti toko ka guddo gurra qabu; inni waan jannooma heddu tolche, askarti Moabu jajannale nama lama ijeese. Guyya toko, ka lafti aka hama d'aamotu, inni boola toko seene keesati nyeench'a ijeese.


Atini nyeench'afi bofa ira ejaanjate, gorjamaafi bofa had'aa hamtu qabu ch'ach'arasita.


Nyaapi sunini aka nyeench'a worrati itane, lafa worraa balleese, diri worraleeni bade, ona tahe lafati hafa.


Worri d'ugefachaani lafa heddu had'e dabsate. Waan qajeela tolchani, waan kakhataniifi argatani. Afaani nyeench'a ch'uqaalani,


Kurfo taa, eegad'a! Nyaapi keesani Sheet'ani, aka nyeench'a itanaa deeme nama nyaatu barbaada.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite