Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Jaallaboota 14:3 - KITAABA WAAQA

3 Ammo abbaafi haati isaa waan jetteeni, Isi gurba, atini maani hekatefi, dubra nyaapa ta Filisti, worra aada inqamne, d'araataafi? Atini intala miilo teti gosa teenna tana ch'ufa keesa ind'abde? Ammo Samsonini waan abbaani jed'e, Anini isuma ch'alla fed'a, kai na barbaadi.

Gade chapit la Kopi




Jaallaboota 14:3
15 Referans Kwoze  

Anini nyeench'afi gorjamale ya ijeese, namicha aada inqamne, ka Filisti kana, ka askarti Waaqa jiru tae ch'ompifatu kanale inuma ijeesa.


Jennaani inni guddo d'eebote, AABBO Waaqa yaamate waan jed'eeni, Siumati worra kana na dabsachiise; anini ara d'eebuuni due nyaapa Filisti kunini ka aada inqamne na qaba?


Gathi keesati inodeesina, dira Askaloni keesati namati inhimina. Nad'eeni Filisti ingammachisina, dubra worra Waaqa imbeenne gammadu d'owa.


Inni waan nama miha isaa ka lola isa jala baatuni jed'e goraade tante qalqala keesaa fud'ad'i, lubbu na kuti, aka worri waaqa imbeenne kunini na qabe nati tabate na inijeemne. Ammo namichi sunini mudame isa ijeesu dide. Jennaani Sauloni gorade ufii fud'ate ufi jala d'aabe iti dirme.


Daudini waan nama isa bira ejaanjuni jed'e, Nama namicha Filisti kana ijeese ch'eera hama kana gosa Israeli dura baase maani kennanifi? Qarale namichi Filisti kunini ka qabanqaba inqabatini hojja tae askarti Waaqa jiru ch'ompifatu eenu ufi seha?


Yonathanini waan kaimticha kaaniini jed'e, Olla worra aada inqamne, ka gura inuranne, suniti nu yaasa. Hegeri AABBO Waaqi nu qarqaara; yo inni nu qarqaare wonti worra dabsachu nu d'owa injirtu, ato nu nama diqa taanele.


Waan worri jed'eeni, Oboleeti teenna nami qabanqaba inqabatini imfuud'u; sunini nuu waan ch'eeraati.


Jennaani Abramuuni waan Lutuuni jed'e, Nu fiit'a, wold'abu himmalle, yokhaani tissituuni teennaleeni woldidu himmalle.


Jennaani Abrahamuuni reefi loonile Abimeleki kenne, duuba worri lachu wold'aqisa woliini tolfate.


Jennaani inni gale, waan abbaafi haad'a ufiitini jed'e, Intala Filisti toko gara Timna suniti arge, kaa, na kad'ad'a.


Yo isani garagaltani gosa isani keesati hafte tanaani wold'at'ani wolfuutani,


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite