Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Jaallaboota 14:18 - KITAABA WAAQA

18 Duuba guyya torbeeso ato Samsonini mana bulti olinseeni worri dira suni waan jed'eeni, Maanti kinnisa ira miyaa? Maanti nyeench'a ira jabaata? Samsonini waan jed'eeni, Ato isani saa kiyyaani lafa qotu baatani hiimpo tiyya inhimattani.

Gade chapit la Kopi




Jaallaboota 14:18
6 Referans Kwoze  

Bulti torbaani jila suni ch'ufa iti boote jennaani guyya torbeeso waan hiimpo suni, waan isiini isa gargalchitefi iti hime. Duuba isiini kaate worra gosa isii ka Filistiti himte.


Yoosu irreeni AABBO Waaqa isaa jabeesite, inni kae Ashkeloni d'aqe, nama sodoma gate, woya iraa yaase, woya suni worra hiimpo himate kaani kenne. Eegi suni inni dallansuuni kae worra abba ufiti gale,


Saulofi Jonathanini nama dadansa jaalatani; duafi jireennale wolumaani jirani; worri rissa ira qolchaa, nyeench'a ira jaba.


Nyeench'a, jaba bineensa ch'ufa ira, ka woma insodaanne;


Ammo anini dargaye dansa isani nyaachise, dammani isani quubsa.


Wonti sunini ch'ufti fuula afuri ka gosa gosa qabdi: duraa fuula namaa qabdi, mirgaa fuula nyeench'a qabdi, bitaa fuula korma looni qabdi, ammalle duubaa fuula risa qabdi.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite