Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Jaallaboota 13:18 - KITAABA WAAQA

18 Malaikaani waan jetteeni, Maanifi maqa kiyya beekhu feeta? Maqaani kiyya maqa mamaati.

Gade chapit la Kopi




Jaallaboota 13:18
7 Referans Kwoze  

Yakobooni waan jed'e, Amma maqa kee nati himi. Ammo namichi, Maafi maqa kiyya beekhu feeta? jed'e, eege Yakobo eebise.


Daimi ya nuu d'alate! Ilma ya nuu kennani! Isati hayyu keenna taha. Maqaani isaani yaamani: Abba mala dansaa, Waaqa Guddaya, Abba jiru jireenna, Hayyu Nagaya.


Jennaani niitiini d'iirsa d'at'e waan jetteeni, Nami Waaqa toko, ka fuuli isaa aka malaika jiru, nati d'ufe na sodaachise. Anini, Eesa baate? Jed'e isa ingaafanne, innileeni maqa isaa nati inhimne.


Yakobooni fulla suni Penieli maqa baase waan jed'e, Ya Waaqaani fuula keesa wolargine iraa hafe.


Aka dansaa ch'aqasa, waan isiini jette ch'ufa guuta. Isi jala indidina, wonti akanatiifi anati isi erge, isiini nama isi didu tokole inaraaramtuufi.


Jari Lawi kunini Yeshua, Kadmieli, Bani, Hashabneya, Sherebia, Hodia, Shebaniafi Pethahiyaleeni waan biyyaani jed'ani: Olkakaa, AABBO Waaqa keesani haga jiru jireenna faarsa! Nami ch'ufti ha maqa isa gudda faarsu, ato faaruni isa geetu jiraachu baatele.


Kobele worra duulaatiifi woya isaani, ta d'iigi balleese, ibidaani gubani.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite