Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Jaallaboota 12:9 - KITAABA WAAQA

9 Inni ilma d'iira sodomafi dubra sodoma d'ale. Dubra isaa suni nama balbala gosa d'ibiiti gurgure, dubra sodoma d'ibi balbala gosa d'ibi keesa ilmaani isaa ta d'iira fuusise. Inni ganna torba jaallaba Israeli tahe,

Gade chapit la Kopi




Jaallaboota 12:9
6 Referans Kwoze  

Inni ilmaani d'iira afurtamatiifi akhakhowani d'iira sodoma ta harre torbatama yaabatu qaba. Inni ganna saddeeti jaallaba Israeli tahe.


Inni ilmaani sodoma ta harre sodoma yaabattu d'ale. Ijoolleeni suni dira sodoma lafa Gileadi keesaa qabdi, ka arrale ollowaani Yairi jed'ani


Eegi Yefthani due, Ibzanini, ka Bethlehemu bahe, Israeli jaallaba iti tahe.


eegi suni due Bethlehemuti awaalani.


Ijoolleeni waan AABBO Waaqi namaa kennu; isiini eeba d'ugaa ta isa iraa argatani.


Wolfuud'a ilmaani d'ala; ilmaani teesanile wolfusisa, worrileeni ha ilmaani d'aluti indiqaatina, hora, lafa ira dabra.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite