Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Jaallaboota 12:7 - KITAABA WAAQA

7 Yefthani worra Israeli ganna jaa jaallaba iti tahe due, donaani duuba dira isaa ka Gileaditi awaalani.

Gade chapit la Kopi




Jaallaboota 12:7
3 Referans Kwoze  

worri waan jed'uuni, Shibolethi jed'i me, Ammo inni waan jed'u, Sibolethi, waan jecha inqajeelfanefi. Duuba artiti qabani malka keesati ijeesani achiti nama kuma afurtami lama ka Efraimu fit'ani.


Eegi Yefthani due, Ibzanini, ka Bethlehemu bahe, Israeli jaallaba iti tahe.


Achiti biyyafi worri gugurdaani ka gosa Israeli walgaafatani waan jed'ani yo nu worra Amoni haanu eenuti abba duula nu taha? Ka had'iisa kana keesaa abba duula tahu, gudda nama Gileadi keesa jiru ch'ufa taha.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite