Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Jaallaboota 11:6 - KITAABA WAAQA

6 waan jetteeni, kooti, abba duula nu tahi, aka nu worra Amoni haanu.

Gade chapit la Kopi




Jaallaboota 11:6
4 Referans Kwoze  

Jennaani jaaroleeni Gileadi d'at'e Yeftha lafa Tobu keesaa fuute,


Ammo Yefthani waan jed'eeni, Isani qara na jibbitani, worra abba kiyya keesaa na imbaamne? Amma ka gaargala qabdani, maafi nati d'uftani?


Jennaani duuli worra Amoni had'iisaa kurfae Gileaditi naanae. Worri Israelileeni wolti d'ufe Mispa ta Gileadi keesati naanae.


Guyyaani ind'ufa, ka nami balbala gosa toko nama balbala ufi toko fohate waan jed'uuni, Atini waan keeyatu qabda, kai lafa badde ona taate tana gudda iti tahi.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite