Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Jaallaboota 11:37 - KITAABA WAAQA

37 Ammalle isiini waan abbaani jette, waan kana ch'alla naa tolchi, haga jia lama na lakisi, aka anini jaallowaani tiyya woliini lafa gaareeni keesa dedeeme, aka waan ato dubratu duufi bohu.

Gade chapit la Kopi




Jaallaboota 11:37
4 Referans Kwoze  

Isiini waan jette, Waan kana Aabbooni ya naa tolche, aka na qarqaare fuula nama durati fafa naa didu.


Peninani Masanuni isii isiiti gamte qot'ifti, waan AABBO Waaqi ilme isii d'owefi.


Isiini garaachoofte ilma d'alte waan jette, Waaqi ya fafa na didi ilma naa kenne.


Inni eebisefi haga jia lama gad'iise. Isiini jaallowaani isi fud'atte, gaareeni korte, waan ato fuud'ani ilmaani ind'alini dootufi laalefatte bote.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite