Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Jaallaboota 11:32 - KITAABA WAAQA

32 Jennaani Yefthani galaana taake worra Amoni had'e, AABBO Waaqileeni isa dabsachiise.

Gade chapit la Kopi




Jaallaboota 11:32
6 Referans Kwoze  

Inni lubbu Waaqaa argatte jaallaba Israelii tahe. Inni duula d'aqe, AABBO Waaqi hayyu Mesopotamia kaani harka isaati kenne inni isa dabsate.


Hojja AABBO Waaqi jaallaba worraa kenne ch'ufa, inni jaallaba suni qarqaare, worra, haga jaallabi sunini jiru, harka nyaapaa keesaa baase. AABBO Waaqi worraa nahe, waan worra guddo dabsani worri gaargale boheefi.


ta Yuda duula woliini iti d'aabate. AABBO Waaqi worra gosa Kanaanitiifi ka Perizi harka worrati kenne worri nama kuma kud'ani Bezekiti dabsate.


anini nama qara mana kiyya keesaa bahe yoyo tiyya d'ufe, hojja anini Amoni dabsad'e gale, gube sorio sii baasa.


Inni haga Aroeriti worra had'e arda Minithi dira diddama ka keesa jirufi haga Abel-Keramimu ch'ufa balleese hobaase hafu d'owe; akanaani worri Israeli worra Amoni dabsate.


Jennaani AABBO Waaqi jaallaboota worraa kenne ka harka worra worra saamu keesaa baaftu.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite