Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Jaallaboota 11:18 - KITAABA WAAQA

18 Jennaani worri lafa aloo ta gamooji keesa godaane, lafa Edomutifi lafa Moabu ira mare. Moabu moga ilaborutiini bahani gama galaana Arnoniti qubatani, ammo galaana Arnoni intaakine, waan inni seera lafa Moabu ira bahufi.

Gade chapit la Kopi




Jaallaboota 11:18
8 Referans Kwoze  

Balakini aka Balamuni d'ufu jiru d'agaye jennaani, dira Ari, ka seera Moabu galaana Arnoni d'aatu jiruti, argu d'ufe.


Gumiini Israeli ch'ufti Kadeshi kaate gaara Hori qubate,


Ammalle AABBO Waaqi waan naani jed'e, worra Moabu ka d'aloota Lutu ingaargalchina yokhaani woli inhad'ina, wonti akanatiifi anini dira Ari yayu d'aala worraati kenne lafa worraa fulla tokole isanii inkennu.


Isani arra kara dira Aritiini lafa Moabu keesa dabartani,


Eegi nu Moabu keesa dabarre, AABBO Waaqi waan nuuni jed'e Amma kaa, galaana Arnoni taaka. Anini Sioni, hayyu Amori, ka Heshboni jed'anifi lafa isale harka keesaniti kenna. Isaa had'a, lafa isaa fud'ad'a, iti qubad'a.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite